Oromo: Wie komme ich in den Himmel?

Best.-Nr. 120-74 Akkamitan mootummaa Waaqayyoo dhaaluu danda'aa? By:
Oromo: Wie komme ich in den Himmel?

Namoonni baay’een wa’ee jireenya bara baraa yaaduu hin barbaadan. Yeroo wa’ee du’aa yaadanitillee du’aan boodaa waan ta’u yaaduu hin fedhan. Fiilmii ‚E.T.’ jedhamu keessaati taatoo bu’uraa ta’uun kan taphate Dreew Berimoor bara 1975 A.L.A. bakka hermoori jedhamuti kan dhalate, yeroo umuriin ishee waggaa 28 gahu “Adurree koo dura yoon du’e qaamni kiyyaa adurree kootiin nyaatamee kan hafe yoo hafes, kan ishiin nyaatamee sanan yoo xiqqaate ishee ykn adurree koo keessaa jiraachuun barbaadaa“ jetteeti turte. Kun egaa hubannoo dhabuufi waan gara fulduraati tahuu malu arguu dadhabuu miti ree?
Gooftaa Yesuus yeroo lafa kana irra tureeti namoonnii baay’een gara isaati dhufaa turan. Gaaffiin isaanis waa’ee yeroo ammaafi wantoota yeroo dhiyoo keessaati ta’an irraati kan xiyyeeffatuu ture....


As this book was uploaded as an epub file, you can only read a reading sample online. However, you can download the whole book.

Posts and Comments
Important Post
Deleted User

Plzzz. ︀Write ︀me! ︀I ︀m ︀waiting ︀for ︀you, ︀open ︀link ︀>>>>> WWW.DATE4FUQ.COM?_ebook-prof-dr-werner-gitt-oromo-wie-komme-ich-in-den-himmel

To ensure optimal functioning, our website uses cookies. By using the website you agree to the use of cookies. More info
OK
Top of page
No Thumbnail Remove Please choose a reason Please enter the place in the book. en en_US